Xiinxala: Waa’ee Mootummaan Itiyoophiyaa Waraana Tigiraay Keessaa Baasuu Irratti

  • VOA

Faayilii - Konkolaataa barbadaahee, kara qarqaratti, Abi Adii, Tigraay, Caamsaa 11, 2021

Waa’ee mootummaan Itiyoophiyaa waraana isaa Tigiraay keessaa baasuu fi lola-dhaabinsa gama tokkoo labsuu ilaalchisee dhaabbatoota adda addaa irraa xiinxaltoonni yaada isaanii kennaa jiran.

Dhaabbatoota sadii, jechuun – Waaltaa Afrikaa kan Atlantik Kaawunsil fi Instiitiyuutii Nagaa kan Yunaayitid Isteetis akkasumas Waaltaa Tarsiimoo fi Qorannoo Sadarkaa Addunyaa (CSIS) jedhamu irraa xiinxaloonni Raadiyoon Sagalee Amerikaa dubbise yaada kennan caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Xiinxala: Waa’ee Mootummaan Itiyoophiyaa Waraana Tigiraay Keessaa Baasuu Irratti