Bulchiinsi Finfinnee Qonnaan-bultoota Magaalattiif Gargaarsa Kenne

Bulchiinsi Finfinnee Qonnaan-bultoota Magaalattiif Gargaarsa Kenne

Bulchiinsi magaalaa Finfinnee har'a qonnaan-bultoota magaalattiif meeshaalee fi galteewwan qonnaa birrii miiliyoona 42 oliin bitee kenneefii jira.

Magaalaan Finfinnee hanga yoonatti qonnaan-bultoota 27,000 ol galmaa’anii jiran qabaachuu ishii Komishiniin qonnaan-bultootaa fi qonnaa magaalaa Finfinnee ibseera.

Qonnaan bultootni kutaa magaalaa Aqaaqii-Qaallittii ibsa VOAf kennaniin qonnaan-bultootni magaalaa Finfinnee dhiibbaa jala akka jiran dubbatan.

Your browser doesn’t support HTML5

Bulchiinsi Finfinnee Qonnaan-bultoota Magaalattiif Gargaarsa Kenne