Namoota Ajjeechaa Hacaaluutti Shakkamanii Hidhaman 3 Irratti Balleessaan Murame  

Manni-murtii Ol’aanaa Namoota Ajjeechaa artist Haacaaluu Hundeessaatiin shakkamanii hidhaman afur keessaa sadii irratti balleessaa muree jira.

Har'a mana murtii ol’aanaa Lidetaa dhaddacha farra shororkeessummaa fi dhimmoota heera mootummaa ramaddii 2ffaatti dhihaatanii kanneen murtiin balleessummaa kun itti murame himatamaa 1ffaa Xilayee Yaamii, 2ffaa Kabbadaa Gammachuu fi 3ffaa Abdii Alamayyoo tahuun beekamee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Namoota Ajjeechaa Hacaaluutti Shakkamanii Hidhaman 3 Irratti Balleessaan Murame