Dunartoonnif Dubroonni Dhibbaan Lakkaawwaman Loltoota Waraana Tigraay Keessattin Dararamaniiru

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Dunartoonnif Dubroonni Dhibbaan Lakkaawwaman Loltoota Waraana Tigraay Keessattin Dararamaniiru

Tigraay keessatti dubartoonnii fi durboonni dhibbootaan lakkaawaman, waraansa naannoo sana geggeessamu keessatti gara-jabina guddaan humnaan gudeedamuun gabaasamaa ture.

Mootummaan Itiyoophiyaa dhiheenya loltoota isaa achii baaseyyuu waraansichi ammalee hin dhaabanne. Gabaasuun VOA, Heezer Mardook dhiheenya yeroo hojiif Maqalee turtetti dubartoota fi durboota gochaan hamaan sun irratti raaw’atamee lubbuun hafa keessaa haga xiqqoo dubbistee turte.

Gabaasaa ishee Tujubee tu dhiheessa.