Mootummaan Naannoo Tigiraay Booji'amtoota Waraanaa 1000 Caalan Gad-lakkise Jedha

  • VOA

Faayilii - Miseensota Raayyaa Waraanaa Itoophiyaa humnoota Tigraayin booji'aman, Maqalee, Adoolessa 6, 2021

Mootummaan naannoo Tigraay, booji’amtoota waraanaa kuma tokko gad-lakkisuu isaa beeksisee jira. Booji’amtoonni kun miseensota Raayyaa Ittisaa Itiyoophiyaa kanneen turan tahuu isaanii fi Jimaata dabre kana jechuun, akka lakkoobsa Itiyoophiyaatti Adoolessa 9 bara 2013 irraa jalqabee akka gad-lakkisaman taasisamuu tu dubbatame.

Your browser doesn’t support HTML5

Mootummaan Naannoo Tigiraay Booji'amtoota Waraanaa 1000 Caalan Gad-lakkise Jedha