Ameerikaa Keessatti Vaayrasii Deeltaan Namonnii  Qabaman Lakkobsii Isaanii Dachaan Dabalae

  • VOA

Yunaaytid Isteetes torban dabree guyyaa guyyaatti namoota dhukkuuba KOOVIID-19n haaraa qabaman 26,000 galmeessitee jirti.Lakkoobsii kun isa baatii tokko dura galmeeffamee dacha dabale.

Sababaan isaan kan akkaan nama irraa namatti darbuu gostii vaayrasii koroonaa bifa jijjirratee Deeltaa jedhamu namoota haaraa qabaman kana keessaa harka 80 qabee waan jiruuf ta’uun ibsamee jira.

Odeeffannoo sirrii hin taanee argachuun kanneen talaalii waraannachuun hin barbaachisuu jedhan lafa jiranti bulchiinsii prezidaant Baaydiin weerara kana dhaabuuf tooftaa maala gochaa akka jiru kan Paastii Widaakuswaara Waayit Haawus irraa gabaastee caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Ameerikaa Keessatti Vaayrasii Deeltaan Namonnii  Qabaman Lakkobsii Isaanii Dachaan Dabalae