Finfinnee fi Zoonii Addaa Oromiyaa Keessatti Sibiilli Seeraa Ala Kuusame Qabame   

Faayilii - Poolisii magaala Finfinnee, Sadaasa 15, 2018

Magaalaa Finfinnee fi zoonii addaa naannoo Oromiyaa keessati sibiillii adda addaa kan seeraan ala kuusame to’annoo jala ooluu isaa Polisiin Feederaalaa Itiyoopiaa beeksisee jiru.

Akka Komishiniin Polisii Feederaala beekisisetti bakkawan 17tti kan kuusamee sibiila toonii kuma hedduutti lakawamu tu qabame.

Gama biraatiin sibiilaa qabamee sana ragaa sobaa dhiheessuudhaan deebisanii fudhachuu namoottan yaalan Polisiin Federaalaa Itiyoophiyaa himee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Finfinnee fi Zoonii Addaa Oromiyaa Keessatti Sibiilli Seeraa Ala Kuusame Qabame