FINFINNEE —
Barattoota bara baraan yuunivarsiitiiwwan mootummaa fi dhuunfaa keessaa eebbifamanii ba’an rakkoon hojii dhabdummaa mudatuu rakkoolee adda addaaf kan isaan saaxilu tahuu tahuu dubbatu.
Bara bajaataa Itiyoophiyaa bara 2014 kanatti akka biyyaatti dargoogata miiliyoona sadiif carraa hojii uumuuf akka karoorfate Ministirri Carraa hojii Uumuu fi Ogummaa beeksiise ture.
Akka naannoo Oromiyaattis bara bajataa kanatti dargaggoota Miliiyoona 1.5f carraan hojii uumuuf akka karoorfatee jiru dubbata Biiroon Carraa hojii uumuu fi Ogummaa Oromiyaa.
Gabaasaa guutuu caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5