Abbaa Alangaa Muummicha Yunaayitid Isteetis Aangawoota Sadarkaa Fedheellee Tahan Seeraan Gaafatamuurraa Akka Hin Hafne Hubachiisan   

  • VOA

Waajira Mana-maree Yunaayitid Isteetis “Capitol Hill”

Yeroo Amajji 6, waggaa tokkoffaan deggertoonni prezidaantii duraanii Doonaald Traamp Waajira Mana-maree Yunaayitid Isteetis “Capitol Hill” jedhamu cabsanii itti seenuun miidhaa itti geessisan har’a yaadamaa jirutti, Abbaan-alangaa muummichi ka biyyattii – Meerik Gaarlaand, abbootiin alangaa ministirii murtii haqaa Yunaayitid Isteetis aangawoota sadarkaa fedheeyyuu ta’an – kanneen hookkara bara dabreef itti gaafatamoo tahan faana dhahanii ka seeratti dhiheessan tahuu dubbatan, gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Abbaa Alangaa Muummicha Yunaayitid Isteetis Aangawoota Sadarkaa Fedheellee Tahan Seeraan Gaafatamuurraa Akka Hin Hafne Hubachiisan