Haleellaan Samii Irraan Naannoo Tigraay Irratti Raawwate Namoota 17 Galaafate

  • VOA

Kaaba Itiyoopiyaa haleellaa samii irraan naannoo Tigraay keessatti raawwatameen lammiiwwan nagaan 17 yoo du’an hedduun madaa’aniiru jechuu dhaan hojjettoonni gargarsaa ibsanii jiran. Galmoo Daawit Finfinnee irraa akka gabaasetti haleellaan sun kan raawwatame prezidaantiin Yunaayitid Isteetis Joo Baayiden namoota nagaa irratti haleellaa samii irraan raawwatamu ilaalchisee muummicha ministeeraa Abiy Ahimed waliin ennaa mari’atanitti ture.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa guutuu caqasaa