Sirni Hammachiisaa Maali?

Aadaa fi Turizimii Oromiyaa

Haammachiisaa sirna daa’ima reef dhalateef maqaa baasaniidha. Yuuniversitii Finfinnee muummee barnoota Aadaa fi Duudha Oromootti barsiisaa ka tahan Qulqulluu Ijoo - Gaaddisaa, aadaan kun ayyaantotaan kan gaggeeffamu tahuu himanii amma garuu bakka hedduutti irraanfatamaa jiraachuun yaaddoodha jedhan. Barsiisaa Qulqulluu Ijoo – Gaaddisaa dhalootni jabanaas aadaa kana akka amaleeffatu gaafatee jira. Galmoo Daawit namoota haammachiisaatti maqaan baheef, akkasumas abbootii Gadaa gaafatee qophii itti aanu kana qopheesseera.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa guutuu caqasaa