Mirga Sagalee Kennuu Kabajsisuuf seera Jiru kutaaleen Yunaaytid Istees Daangeessuu Hin Qaban:Prez Baaydiin

  • VOA

Seera Biyyatti kan ilaalchii siyaasaa addaan qoodee keessatti prezidaant Baaydiin aangoo ofii gargaaramuun dhiibbaa gochaa jiru.Dinoota keenya kan biyya alaa fi keessaa fuula duratti mirga sagalee kennuuf qabnu akkasumas Deemookraasii keenyaaf nan dhaabadha jedhan.

Ripaablikaanonni gama isaanii, shira filannoo keessatti gaggeeffamu ittisuuf malee mirga sagalee kennuu daangeessuuf seera haaraa hin baafne jedhu.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa guutuu caqasaa