Miseensota Gadaa Michillerratti Ajjeechaan  Raaw’atame Humnoota Mootummaan Tahuu Gabaasaan Koomishina Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa Beeksise  

Asxaa Koomishinii Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa 

Hubachiisa: Dhaggeeffattoota keenyaa jechoonni gabaasaa kana keessa jiran tokko tokko akka dhaggeeffachuuf ulfaachuu malan dursinee sin hubachiisna. 

Koomishinni Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa bulchiisa naannoo Oromiyaa, godinaa Shawaa Bahaa, Aanaa Fantaallee keessatti ajjeechaan Mudde 1, bara 2021 miseensota Gadaa Michillee Karrayyuu irratti raaw’atame humnoota naga-eegumsaa mootummaam tahuu ibsa baaseen beeksisee jira.

SEE ALSO: Ajjeefamuu Abbaa Gadaa Kadir Hawaas Boruu

Dhimma kana irratti koomishinicha irraa ibsa dabalataa argachuu hin dandeenye. Aangawoota mootummaa naannoo Oromiyaa irraa deebii argachuuf carraaqqiin goones hin milkoofne.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Miseensota Gadaa Michillee Karrayyuurratti Ajjeechaan  Raaw’atame Humnoota Mootummaan Tahuu Gabaasaan Koomishina Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa