Namooonni Matakkal Keessatti Buqqa'anii Turan Qehee Ofiitti Deebi'an, Jedha Mootummaam Benishaangul Gumuz 

FAAYILII - Naannoo Beenishaangul Magaala Asoosaa

Naannoo Benishaangul Gumuz, godina Matakkal keessatti, sababaa dhabamuu nagaafi yaaddoodhaan namoonni bosonatti baqatanii turan hedduun gara bakka irraa baqatanii turaniitti deebi’uu isaanii Mootummaan Naannichaa beeksisee jira.

Komishinarri Koomishinii Hooggansa Sodaa Balaa Naannoo Benishaangul Gumuz, Obbo Taarraqany Taasisaa, “Mootummaan namoota kanaaf gargaarsa nyaataa fi nyaata hin tahinii kennaa jira, akka isaan of danda’an gochuufillee hojjataa jira” jedhan. Hordofaa

Your browser doesn’t support HTML5

Namooonni Matakkal Keessatti Buqqa'anii Turan Qehee Ofiitti Deebi'an, Jedha Mootummaam Benishaangul Gumuz