Hidhattoonni Murillee Ammas Gameellaa Keessatti Haleellaa Raaw’tan, Jedha Mootummaan Naannichaa  

Hoogganaa Seekireetariyaatii Preesii Naannoo Gaambeellaa, Obbo Ugeetuu Aading

Hidhattootni Murlee Sudaan Kibbaa keessaa daangaa cehuun, Itoophiyaa, naannoo Gaambellaa seenuun kaleessa namoota nagaa sadii ajjeesanii jechuun Mootummaan Naannoo Gaambellaa himatee jira.
Hoogganaan Seekireetariyaatii Preesii naannichaa Obbo Ugeetuu Aading, "Hidhattootni kunneen eega baatii Muddee as namoota nagaa 13 kan ajjeesan tahus baqattootarratti haleellaa raawwachuun isaanii garuu kun ka jalqabaati," jechuun jechuun Sagalee Ameerikaatti himan. Horodofaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Hidhattoonni Murillee Ammas Gameellaa Keessatti Haleellaa Raaw’tan, Jedha Mootummaan Naannichaa