AMBOO —
Ministeerri Nageenyaa Itiyoophiyaa, dargaggoota tola-ooltummaan tajaajilan 3,300 tahan marsaa 3ffaaf leenjisee naannoolee biyyattii adda addaatti bobbaasuu isaa beeksisee jira.
Gama biraatiin, dargaggootni marsaa jalqabaa irratti tola-ooltummaan leeniifamanii tajaajila kennaa turan tokko tokko, "ministeerri nageenyaa hojii nuuf mijeessuuf waadaa duraan nuuf seene hin raawwanne" jechuun, komee isaanii Sagalee Ameerikaatti himan.
Your browser doesn’t support HTML5