Mormii Shufeerota Kaanaada fi Tarkaanfii Mootummaa

Your browser doesn’t support HTML5

Mormii Shufeerota Kaanaada fi Tarkaanfii Mootummaa

Shufeeronni lammii kaanaadaa warren Konkola’ataa fe’isaa gurguddaa oofan torbanwan darbaniif mormiidhaa fi diddaa agarsiisaa turan. Sababnii mormii isaanii dhibee kooviid 19n walqabatee qajeelfamnii mootummaan baasee mirga keenyaa dhiibaa , jireenyaa keenyaa huba jechuudhaan. Mormiin magaalaa gudditti biyyatii Otawaatti jalqabee babalatee amma riqichaa U.S fi Kanaadaa wal quunnamisiisu ,karaalee konkolaa’otoonii fe’isaa irra deddebi’an cufuutti deemaniiru.

Tarkaanfiin isaanii Mootummaa kaanadaas ta’e U.S aarseera.

Namoonni keenyaa ojichaa irraa jiranu, ogeessonii seeraa dhimmi kana irrati yaada kennan qabu.