Lammiwwan Itiyoophiyaa fi warra hidda dhalata Itiyoophiyaa qaban kanneen Yukreen keessa jiraataa turan yeroo ammaa haala akkamii irra jiru?
Biyya Jarman, Poolaand, Yukreen, Ripaabliika Cheek fi Sloovaakiti Ambaasaaddara Itiyoophiyaa kan ta’an Aaddee Muluu Solomoon deebii Raadiyoo Sagalee Amerikaaf kennan qabu. Caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5
Barattonni Harka Caalaan Yukreen Keessaa Ba'aniiru Jennee Yaadna: Embaasii Itiyoophiyaa
SEE ALSO: Barattonnii Itiyoophiyaa Yukreen Keessa Turan Amma Haala Attamii Keessa Jiru?