Afaan Hojii Federaalaa Itiyoophiyaa Tokko Caalaa Tahuun Bu’aan Isaa Maali? Rakkoon Isaa Hoo?  

  • VOA

FAAYILII - Afaan Oromoo osoo Afaan hojii Federaalaa tahee faayidaawwan qaburratti hayyoonni waraqaa qorannoo yeroo dhiheessanitti, Yunversiitii Amboo

Itiyoophiyaan imaammata afaanii akka qabaattuuf Manni Maree Ministarootaa Itiyoophiyaa erga murteessee waggaa lamaa ta’eera. Dhiheenya kanaa Ministiriin Aadaa fi Ispoortii Itiyoophiyaa ibsa kenneen Afaan hojii mootummaa Federalaa afaan tokkorraa gara afaanneen shaniitti guddisuuf hojjetamaa jira, jechuun isaa ni yaadatama.

Kaba irratti hayyoota afaanii fi dhimma hawaasummaa dubbisuun gabaasaa qindeessinee jirra. caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Afaan Hojii Federaalaa Itiyoophiyaa Tokko Caalaa Tahuun Bu’aan Isaa Maali? Rakkoon Isaa Hoo?