Raashaa Balaaleeffachuun Mormiin Gaggeeffamu Itti Fuee Jira 

  • VOA

FAAYILII - Namoota waashingitan Diisii keessatti hiriira bahan keessaa, Bitootessa 24, 2022

Weerara Raashaan Yukreen irratti gaggeessitu torban shanaffaa qabatee yeroo jiru kanatti namoonni dhibba hedduun Waashiingtan Dii Sii (DC) cina kan jiru siidaa Linkan baratti hiriiranii jiru.

Hiriirtonni alaabaa Yukreen qabatanii fi gochi gara jabinaa prezidaantii Raashaan gaggeeffamu akka xumuuramu gaafatan.

Dhalattoota biyya ollaa Yulreen kan Jorjiyaa yoo ta’an isaanii qiyyaafannaa mufannaa Putiin jala akka turan dubbatu.