Roobnii Hin Argamuu Taanaan Uummanni Beela'uuf Jira:Dhaabbattoota Gargaarsaa

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Baatii robaa itti aanuu keessatti hanqiinni robaa mudannaan rakkoon gargaarsa dhala namaa kutaa Afrikaa Bahaa keessatti ha,,aachuuf akka jiru dhaabileen gargaarsaa kutaa sana keessa jiran akeekkachisanii jiru.
Gareeleen gargaarsaa akka jedhanti caamnii hamaan mudatee Itiyoophiyaa, Keeniyaa, Somaaliyaa fi Sudaan Kibbaa keessa uummata jiraatan Miliyoonni 44 gargaarsii nyaataa kan hatattamaa akka eeggatan taasisee jira.
Gbaasa Guutuu Caqasaa.