Antoonii Biliinken aanga’ootaa Mootummaa Aljeeriyaa waliin haasa’an

  • VOA

blinken

Ministeerri dhimma alaa Yunaayitid Isteets Antoonii Blinken daawwana guyyoottan sadiif biyyootan walakeessa bahaa fi Afrikaa kaabaa keessatti taasisanin, biyyii Afrikaa kaabaa

Aljeeriyaan hariiroo Raashaa waliin qabdu akka irraa deebitee ilaaltuuf waltii dhufeenyaa ollaa ishee Moorookoo waliin qabdu akka fooyestu gaafachuun isaanii gaabaasameeraa.

Bliinken Roobii kaleessaa erga haanga’ootaa ol anoo mootumaa Aljeeriyaa wal arganii boodaa walwaraansii Yuukreen keesaatii taasifame biyyootaan hariiroo Raashaa waliin qaban akka irraa deebi’anii ilaalaniif birmadummaa daangaa biyyotaatiif akka deggersaa agarsiisan gaafataniiru.