Hidhattoonni naannoo Amaaraa irraa ka’an naannoo Oromiyaa keessa seenuudhaan weerara lafaa raaw’aachaa jiru, jechuun Kongireesiin Feederaalistti Oromoo (KFO)n ibsa baasee jira. Paartiin siyaasaa ABIN ammoo. gama biraan Ibsi KFO kan ragaa irratti hundaa’e miti jedhee jira. Dura taa’an KFO, profeesar Mararaa Guddinaa fi Itti-aanaa durataa’aa ABIN Obbo Malkaamuu Shuumiyyee dhimma kana irratti Sagalee Amerikaatiif ibsa kennanii jiru. Gabaasaa guutuu caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5