Dhukkubni KOOVID-19 Dhukkuba Sombaa Hammeessaa Jira: Qorataa Dukkuuba Sombaa

  • Jaalannee Gammadaa

Weerrri Koovid dhibee Sombaa hammeesse jedhu ogeessonni

Waggootii darban lama keessatti weerarri dhukkuuba KOOVIID-19 dhaqqabuun faca’inni dhukkuuba Sombaa akka hammaatuuf sababaa ta’uun ibsamaa jira.

Jaarmayaa Gloobaal Fand jedhamu keessatti dhukkuuba Sombaa ilaalchisee gorsaa sadarkaa olaanaa kan ta’an Dr Mahammad Ahmad Yaasin waahilli keenya Afaan Amaaraa Aluulaa Kabbada haasoofsiisee jira. Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Qophii fayyaa caqasaa