Mootummaan Hidhaattoota Benishaangul Gumuz Irratti Haleellaa Haaraa Banuu Dubbata

Naannoo Beenishaangul Gumuz

Karaa nagaan galuudhaaf daangaan yeroo lafa kaa’ame waaan dhumateef, hidhattoota Sosochii Dimookiraatawaa Uummata Gumuz, /GUHDEN/ irratti tarkaanfiin fudhatamaa jira jechuun, Biiroon Ijaarsa Nagaafi Nageenyaa Naannoo Benishaangul Gumuz beeksise.

Gama biraan, Dura-taa'aan GUHDEN, "Dhukaasa mootummaan baneen, lammiileen meeshaa waraanaa hin hidhatin, miidhamaa jiru, mootummaan waraana eegale dhaabuu qaba." jechuun dubbatan. Naakoor Malkaa Ambo irraa gabaasaa qindeesse qabna.

Your browser doesn’t support HTML5

GabaasaNaannoo Beenishaangul Gumuz ilaalchise dhiyaate caqasaa