Falmitoonni mirga namoomaa mana-murtii Dhaabbata Hawaasa Dinagdee Biyyoota Afrikaa Lixaa kudha shanii, kan ECOWAS jedhamuutiin murtii dhimma seera yakka saayiberii yokaan marsaa interneetii Naayijeeriyaan ilaalchisee bahe faarsanii jiran. Tahus garuu, mootummaan Naayijeeriyaa murtii dabarsame sana fudhatee hojii irra oolcha jedhanii akka amantaa hin qabne dubbatu – falmitoonni mirga namoomaa sun.
Your browser doesn’t support HTML5
Falmitoonni Mirga Namaa Dhimma Yakka Yaayiberii Naayijeeriyaa Irratti Kan Manni Murtii ECOWAS Murteesse Dinqisiifatan