Angawoonni Embasii Yunaayitid Isteetisii fi kan USAID Naannoo Somaalee Daawwatan

  • Tuujubee Horaa

FAAYILII - Hojii raawwachiistuu Embasii US kan Finffinnee Treesii Jaakobson, April 21, 2022

Charge d'Affaires ykn hoji raawwachiistuu embasii US kan Finffinnee Treesii Jaakobson fi itti aanaan daayirktera USAID ADAM Schimidt angawoota naannoo Somaalee waliin wal arguu akksumas projektiiwwan US-n deggeramu kan naannoo sanaa daawwachuuf gamasitti imalanii jiran. Projektiiwwan dhaabbati gargaarsa misooma addunyaa Yunaayitid Isteetis naanno Somaalee keessaa qabu ka daawwatan angawoonni kun namoota sababaa hongeen rakkoo hamaaf saaxilaman illee daawwatanii gargaarsa akka godhaniif illee waadaa seenanii jirarn.

Gabaasaan keenya Galmoo Daawit angawoota kana waliin gara Godeetti imaluu dhaan haala gamasii arge nuuf ibsee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Angawoonni Embasii Yunaayitid Isteetisii fi kan USAID Naannoo Somaalee Daawwatan