Guyyaan Goototaa Itiyoophiyaa Har’a Yaadatamee Oole

Your browser doesn’t support HTML5

Guyyaan Goototaa Itiyoophiyaa Har’a Yaadatamee Oole

Biyya tokkummaan ishii cimeefi walabummaan ishii tiksame dhaloota booruu dhaalchisuuf injifannoo abbotii gootota duraanii irraa barachuun ni eegama jedhan Pirezidaantiin Itoophiyaa Saahilawarq Zawudee. Hirmaattonni sagantaa kanaa yaada isaanii Sagalee Ameerikaaf kennan, iccitiin injifannoo bara sanaa tokkummaa dha jedhan.