Gaazexeessaa Guyyoo Waariyoo, haala walabummaa Piresii irratti

Your browser doesn’t support HTML5

Gaazexeessaa Guyyoo Waariyoo, haala walabummaa Piresii irratti

Guyyaa Piresii Walabaa Addunyaa baranaa, Kibxata darbe jechuunis Caamsaa 3, yaadatamee oole laalchisuudhan, gaazexeessitoota sababa hojii isanitiif biyya ofiirraa godaanuuf dirqaman adda addaa dhiheesinee, muuxannoo fi seenaa isaanii sin dhaggeechisaa ture. Qophii kana keessatti immoo, Gaazexeessaa Guyyoo Waariyoo irraa dhageenya. Daawwadhaa.