Obbo Abdii Raggaasaa fi Obbo Gadaa Gabbisaa Mana-hidhaatti Dhibeef Saaxilamanii Wal’aansa Hin Arganne, Jedhu Maatiin Isaanii  

FAAYILII - Miseensa Koree Hoji Raawwachiistuu ABO, Obbo Abdii Raggaasaa

Mana hidhaatti kan argaman miseensi Koree Hoji Raawwachiistuu ABO obbo Abdii Raggaasaa fi qondaalli siyaasaa ABO obbo Gadaa Gabbisaa dhibeef saaxilamanii, wal'aansa argachaa hin arganne jechuun maatiin isaabii komatan.

Abukaatoon hidhamtoota kanaas dhukkubsachuun iasanii ogeessa fayyaan mirkanaa'eera jedhan. Qaama mootummaa fi koomishiinii mirga namoomaa Itoophiyaa irraa ibsa dabalataa argachuuf carraaqqiin VOAn taasise ammaaf hin miilkoofne.

Your browser doesn’t support HTML5

Obbo Abdii Raggaasaa fi Obbo Gadaa Gabbisaa Mana-hidhaatti Dhibeef Saaxilamanii Wal’aansa Hin Arganne, Jedhu Maatiin Isaanii