Waraanni Kaaba Itiyoophiyaatti Geggeessame Tuurizimii Magaalaa Laalibalaa Miidhe

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Waraanni Kaaba Itiyoophiyaatti Geggeessame Tuurizimii Magaalaa Laalibalaa Miidhe

Kaaba Itiyoophiyaatti kan argamtu magaalaan Laallibalaa daangaa naannoo Tigraay irraa Kiiloo meetira xiqqoo faggaattee kan argamtu bakka hambaa seenaa UNESCO ti.

Wal waraansi kaaba biyyattii keessaa utuu hin jalqabamin dura bakka hawata tuuristii turte. Dhagaan caccabsamee ijaaramuu dhaan kan beekamtu waldaan kiristaanaa Laallibalaa, sababaa waraana sanaan hojiin tuurizimii ishee dhaabatee jira. Odu gabaasaan VOA Henrii Wilkiins haala magaalattiin dandammachuuf tattaafattu ilaalchisuun gabaasee jira.