ABOn Gabaasaan Koomishinni Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa Waa’ee Hooggansa Isaa Hidhaa Jiranii Baase Jalqabbii Gaariidha, Jedhe   

  • VOA

Asxaa ABO

Gabaasaan Komishinii Mirga Namoomaa Itoophiyaa dhimma hooggansa ABO mana hidhaa jiran ilaalchisuun baase jalqabbii gaariidha, jechuun Addi Bilisummaa Oromoo beeksisee jira.

Dubbii himaan yeroofii kan ABO obbo Lammii Gammachuu Sagalee Ameerikaatiif ibsa kennaniin gabaasa Komishinichi baase kaka'umsa gaarii ta'us dhimmoota qorachuu qabu guutuutti hin qoranne, guutuu miti, jechuun ibsan.

Gabaasa komishinichaa ilaalchisuun hooggansa mootummaa naannoo Oromiyaa irraa deebii argachuuf irra deddeebiin carraaqqiin taasisne hin milkoofne.

Your browser doesn’t support HTML5

ABOn Gabaasaan Koomishinni Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa Waa’ee Hooggansa Isaa Hidhaa Jiranii Baase Jalqabbii Gaariidha, Jedhe