Mootummaan Naannoo Oromiyaa Hidhamtoota Kuma Sadii Ol Dhiifamaan Gad-lakkisuu Beeksise  

Itti-antuu Waajira Abbaa Alangaa walii galaa Oromiyaa Fiqiir Zelaalem

Bulchiinsi mootummaa naannoo Oromiyaa hidhamtoota kum sadii fi dhibba jahaa ol dhiifamaan hiikuu isaa beeksise. Itti-antuun Waajira Abbaa Alangaa walii galaa Oromiyaa Fiqiir Zelaalem namootni hiikaman kun akkaataa heera naannoo fi labsii dhiifamaatiin dhiifamuu eeran.

Thaus, garuu kan paartiin mormitootaa ‘miseensonnii fi hoogganoonni keenya sababaa siyaasaan hidhhamanii jiran nuuf hiikaman,” jechuun gaafataa turan ilaalchisee waan ifoomsame hin jiru. Gama biraan angawi paartilee morkattootaa warra hiikame keessa miseensi isaanii akka hin jirre dubbatan.

Your browser doesn’t support HTML5

Mootummaan Naannoo Oromiyaa Hidhamtoota Kuma Sadii Ol Dhiifamaan Gad-lakkisuu Beeksise