Sababa Hungeen Beela Mudateen Oromiyaa Keessatti Namoonni Rakkatan Nyaata Loonii Nyaachuun  Gabaasame  

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Sababa Hungeen Beela Mudateen Oromiyaa Keessatti Namoonni Rakkatan Nyaata Loonii Nyaachuun  Gabaasame  

Hongeen yeroo dheeraadhaaf Gaanfa Afrikaa muudate midhaanii fi beeladootaa Miiliyoonatti lakkawaman waan mancaaseef namoonii jireenyii isaanii sana irrati hundaa’ee miiliyoonatii lakkawaman beelaaf saaxilamanii jiru.

Naannoo Oromiyaa keessatii horsiisee-bultoonii tokko tokko hundee mukaa isa yeroo biroo horii isaanii nyaachisan ofii nyaachuudhaaf dirqamuu isaanii dubbata, gabaasaan Henrii Wilkinis godinaa Baalee irraa erge. Caqasaa.