Mootummaan Itiyoophiyaa waraansa humnota Tigiraay waliin geggeessamu dhaabuuf marii araaraa geggeessamu kamiifuu Gamtaan Afrikaa akka araarsituu tahuun hoogganu kan fedhu tahuu beeksisee jira.
Garuu Addi Bilisummaa Uummata Tigiraay yokaan TPLF, Gamtaa Afrikaa irratti akka amanataa hin qabne tahuu ibsee Keniyaan akka araarsitu kan fedhu tahuu dubbatee jira.
Gabaasaa guutuu caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5