Naannoo Oromiyaa, godina Wallagga Lixaa, aanaa Gimbii keessatti, ajjeechaa jumlaa raawwatamerraa namootni hafan hagi tokko gargaarsi gahaan nuuf kennamaa hin jiru jechuun Sagalee Ameerikaatti dubbatan.
Waajirri Buusaa Gonofaa Godina Wallagga Lixaa ammoo, kalessa irraa jalqabee gargaarsi gahaan kennamaafii jira jedhee, galteewwan qonnaa gannaa barbaachisan isaaniif guutuufis mootummaan akka hojjetu dubbatan. Naakoor Malkaa tu Ambo irraa gabaase.
Your browser doesn’t support HTML5