Tigraay keessatti namoonni miliyoona shanii ol gargaarsa idil-addunyaa barbaadu kan jedhan Itiyoophiyaatti bakka bu’an bu’aa Yuniiseef(UNICEF) bulchiinsa naannoo Amaaraa fi Affaar keessatti akkasumas namoonni miliyoona torba dabalataan walitti bu’iinsaan miidhamanii jiran jedhu.
Your browser doesn’t support HTML5