Feestivaalli Federeeshinii Ispoortii Oromoo Ameerikaa Kaabaa Sanbata Dhufu Eegalama  

Your browser doesn’t support HTML5

Feestivaalli Federeeshinii Ispoortii Oromoo Ameerikaa Kaabaa Sanbata Dhufu Eegalama  

Feestivaalli Waggaa Federashiinii Isportii Oromoo Amerikaa Kaabaa yokaan OSFNA dumma torban kanaa irraa jalaqabee kutaa Minisootaa keessati taasifu tahuun hoogganni federeeshinichaa. Feestivaalicha ganna 25ffaaf geggeessamuuf jiru kana ilaalchisee Prezidantii OSFNA Adde Maaqfiraa Nuuree, Sagalee Ameerikaaf ibsa kennitee jirti.