Qonnaan-bultoonni Somaaliyaa Beeladaaleen Isaanii  Hongeen Dhumnaan Mooraa Buqqaatotaatti Galuu Isaanii Dubbatan 

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Qonnaan-bultoonni Somaaliyaa Beeladaaleen Isaanii  Hongeen Dhumnaan Mooraa Buqqaatotaatti Galuu Isaanii Dubbatan 

Somaaliyaan keessumaa yeroo ayyaana Id Al Adahaa beeyladaalee gara Giddu Galeessa Bahaatti erguudhaan beekamti. Garuu hongee hamaan Gaanfa Afrikaa mudate beeylada miliyoonaan lakkaa’aman fixee, qonnaan bultoonni beeyladaalee horsiisan kanneen Somaaliyaa keessaa rakkoof saaxilee jira.Kaan isaanii illee mooraa namoota qe’ee irraa buqqa’anii keessa jiraachuuf dirqaman.