Aanaalee Jiillee Dhummuugaa fi Efraataa Gidim Keessatti Walitti-bu’insa Uummameen Lubbuun Namootaa Darbe

  • VOA

Bulchiisa naannoo Amaaraa keessa kanneen jiranii fi godinaalee Shawaa Kaabaa fi bulchiinsa hawaasa Oromoo kanneen wal-daangessisan aanlee Efraataa Gidimii fi Jiillee Dhummuugaa keessatti walti bu’iinsaa umameen lubban namootaa darbee, qabeenyaa irras badinsi gahuun himamee jira. Sababaa walti-bu’iinsichaa ilaalchisee wantii aanga’onni jedhan fi jiraattonni jedhan hangana wal hin simatu.

Walitti-bu’insa kanaan, qonnaan bultoonni fi miseensonni nagaa-eegdotaa heduun du’un isaanii, namoottan kumaan lakkaawamanii qe’ee gad lakkisanii baqachuun kan himame yoo tahu, har’a garuu, haalli jiru tasgabbaa’eera, jedhama. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Aanaalee Jiillee Dhummuugaa fi Efraataa Gidim Keessatti Walitti-bu’insi Uummamen Lubbuun Namootaa Darbe