Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa Irratti Atileetonni Itiyoophiyaa Haga Ammaatti Meedaaliyaa Warqee Sadii Mohatan

Tamirat Tola

Dorgommii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa, as Yunaayitid Isteetis, kutaa Oregaan keessatti geggeessamaa irratti tileetonni Itiyoophiyaa akka Goyitetoom Gebre-sillaasee, Taammiraat Tolaa fi Letesenbet Gideyii faa gidduu kana ijifachuun, garee Itiyoophiyaa warra sadarkaa duraa irra jiran keessaa tokko taasisee jira. Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa Irratti Atileetonni Itiyoophiyaa Haga Ammaatti Meedaaliyaa Warqee Sadii Mohatan