Barsiisaa Tafarraa Ta’eeraa Ciibsaa, magaalaa Finfinnee keessatti waggoota 29f walitti fufiinsaan qubee Afaan Oromoo tola barsiisaa jiraatan. Har’allee tola-ooltummaa, kan dhaloota Afaanicha barsiisuu sana akka itti fufanii jiran dubbatu. Tsahaay Daamxoo dubbisee, waa’ee hojii isaanii akkanatti qindeesse.
Barsiisaa Waggoota 29’f Finfinnee Keessatti Tola Qubee Barsiisaa Jiran
Your browser doesn’t support HTML5