Jilli Gargaartuu Ministara Dantaa Alaa Yunaayitid Isteetisiin Dursamu Gaambeella Daawwate  

Your browser doesn’t support HTML5

Jilli Gargaartuu Ministara Dantaa Alaa Yunaayitid Isteetisiin Dursamu Gaambeellaa Daawwate 

Naannoo Gaambeellaa ka daawwataa jiran, Ministirii Haajaa Alaa Yunaayitid Isteetis’tti Gargaartuun Ministaraa, ka Waajjira baay’ina uummataa, Godaansaa fi Baqattummaa - Eelzabeet Kaambel, Yuunaytid Isteetis baqattoota Itiyoophiyaa keessa jiran gargaaruu akka itti fuftu dubbatan.

Mis Eelzabeet Kaambeel har’a buufatalee baqattootaa Gaambeellaatti argaman keessaa Muyinyil ka jedhamu ka daawwatan yoo tahu, baqattoonnis achi jiran rakkoo hanqina midhaan nyaataa fi kaan isaan mudate itti himanii jiran. Galmoo Daawit bakka daawwannichi geggeessamaa jiru – Gambeellatti argamuun gabaasaa qindeesse qaba.