Dhalattoonnii Gujii Lixaa Ajjeesamuurraa Wal-dhibdeen Jiraattota Aanaa Amaaroo fi Gujii Lixaa Gidduutti Hammaate

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Dhalattoonnii Gujii Lixaa Ajjeesamuurraa Wal-dhibdeen Jiraattota Aanaa Amaaroo fi Gujii Lixaa Gidduutti Hammaate

Ityoophiyaa naannoo Affaar keessatti konkolaattonni gargaarsaa karaa Jibuutii darbanii gara Tigraayitti dhaqqabu. Garuu namoonni Daandii guddaa cinaa jiraatan, waan nyaatan hin qabnu jedhu, ijoolleen isaaniis du’aa jiru.

odu gabaasaan VOA Heenrii Wiilkins namoota hongee fi dhiibbaa wal dhabdee jiruun magaalaa Erbeeti gidduutti danqamanii fi hojjettoota gargaarsaa kanneen bulchiinsi naannoon Affaar gargaarsa barbaachisu argachuuf, hongeen naannoo sana miidhuu isaa labsuu qaba jedhan waliin dubbachuun gabaaseera.