Leenjiin Paartii Chaayinaa Bulchuun Kennamaa Jiru Dimookiraasii Afrikaa Laaffisuu Danda'a

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Leenjiin Paartii Chaayinaa Bulchuun Kennamaa Jiru Dimookiraasii Afrikaa Laaffisuu Danda'a

Chaayinaan Leenjiin hooggansaa Afrikaa keessatti dhiheenya jalqabde "hariiroo ardittii wajjinii jabeessufi" jettus, qeeqxonni garuu deemsi kun dimookiraasii Afrikaa laamshessuu danda’a" sodaa jedhu qaban. Leenjii jalqabaa paartiin Koominiistii Chaayinaa dhiheenya Taanzaaniyaa keessatti kenname irratti hirmaattonni biyyoota Afrikaa jaha keessaa walitti dhufan.

Gabaasa Charlis Kombee Tigist Gammeetu dhiheessa.