Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa Kan Atileetota Umuriin Digdamaa Gadii Xumurame   

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa Kan Atileetota Umuriin Digdamaa Gadii Xumurame

Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa kan atileetonni umuriin wagga 20 gadii itti hirmaatan Hagayya 1 hanga 6 bara 2022 ‘tti biyya Kolombiyaa Magaalaa Kaalii ( Cali) kessatti deemsisamaa turee Sambataa dheengaddaa xumurame.Shaampiyoonaa kannatti kan atileetota 19 hirmaachiste Itiyoophiyaan Aduunyaa irra 3ffaa, Afrikaa irra 1ffaa ba’uun Xumurtee jirti.

Waldorgommiin Daayimand liigii sababa Shaampiyoonaa Aduunyaatiin gargar cite ture sanabata dheengadaa deebi’ee itti fufee jira. Kana irrattis atileetonii Itiyoopiyaa moo’anii jiru. Qophiin Ispoortii keenyaa, kanneen ilaallata.