Qonnaan Bultoonni Arsii Bahaa Oomishi Midhaan Baranaa Hedduu Ta'uu Himan

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Qonnaan Bultoonni Arsii Bahaa Oomishi Midhaan Baranaa Hedduu Ta'uu Himan

Qonnaan-bultoonni godinaa Arsii Bahaa mala oomisha qonnaa ammayyaatiin qamadii oomishataa jiran bara dhufuutti gama dhiheessii midhaan kanaan qaawwaa jiru guutuuf akkasumas qamadii gabaa biyya alaatti dhiheessuuf karoora mootummaan qabatee ture dhugoomsuuf akka abdii qaban dubbatu. Ogeeyyiin dinagee waa’ee milkaa’uu karooricha mamii qabaataniyyuu, Itiyoophiyaan oomisha ishee ka bara dabree irraa dhibba irraa harka toorbaatama akka guddiftu karoorfamee jira. Gabaasaa Kenedii Abaatee, Arasii Bahaa deemuun qindeesseera.