Lammiileen Saba Guraagee Akka Tasgabaa’an Gaafatamanii Jiru

  • VOA

Waajjira kominikeesinii Godinaa Guraagee

Deggertoonni fi mormiitoonni murtoo mana maree godinaa Guraagee akka tasgabba’an godinichaa Too’achuudhaaf Komaandi Poostin hundeeffamee ibsuu isaa Yoonaatan Zebidiyoos Hawaasaa irraa Ibsee jiraa.

Murtoo dhiheenyaa kan taasifamee isaa bulchiinsii Naannoo Sabaa fi Sab- lammii kibaa Itiyyoophyaa bakka lammatii qooduu fi Hadiyyaa, Silxee, Halaabaa, Kambaataa Xanbaaroo fi Yemiin godina Guraagee Wajjin Naannoo tokko taasisuu mormuudhaan mootummaa naannoo mata isa hundeeffachuu akka barbaadan manni maree godinaa Guraagee guyyaa kaleessaa ibsa baasuu isaa gabaasinii Yoonaatan Zebdiyoos ibsee jira.