Lafa Hiruu fi Namoota Qubachiisuuf CarraaqqiinTigiraay Lixaa Keessatti Godhamu Mormii Kaasee Jira  

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Lafa Hiruu fi Namoota Qubachiisuuf CarraaqqiinTigiraay Lixaa Keessatti Godhamu Mormii Kaasee Jira

Bakka aangawoonni Bulichiinsaa naannoo Amaaraa fi Naannoo Tigiraay irrati walfalmaa jiran, ka Tigraay Lixaa jedhamee beekamu keessatii seeraa-alaa lafa hiruu fi namoottan qubachiisuuf carraaqqii godhamu Komishiiniin Mirga namoomaa Itiyoophiyaa akka qorachuuf deemu ibsuu isaa Henrii Wiilkins gabaasee jira.