Dhukkubii Mankii Paaks Maalii?

  • Jallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Dhukkubii Mankii Paaks Maalii?

Dhukkubii Mankii paaks jedhamu sodaa fayyaauummataa kan hatattamaa ta'u jaarmayaan fayyaa addunyaa gabaasee jira. Kana ilaalchisee marii Dr. Dagaa Seid waliin gaggeefame caqasaa.